Sirna muudamaafi hundeeffama mootummaa haaraa Addabaabaayii Masqalaatti

Manni maree bakka bu'oota ummataa har'a Fulbaana 4, 2021 Itoophiyaa haaraan walgahiisaa jalqabaatiin Ministira Mummee waggoota ittaanan shananiif biyya bulchu muuduun bara hojiisaa eegala.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Raashiyaan Itoophiyaafi Ertiraa gidduu jaarsa araaraa ta'uu dandeessii?

  2. Bu'aan sagalee filannoo Israa'el maal agarsiisa? Netaaniyaahun ni mo'atuu?

  3. Jeettiiwwan waraanaa Su-35 Itoophiyaan Raashiyaarraa fudhatte kan akkamiiti?

  4. 'Beenyaa waanan sii kaffaleef natti heerumuu qabda' - eebbishee guyyaan lama yeroo hafu haala suukaneessan ajjeefamte'

  5. Ka'umsi rakkoo Mooyyaalee maali, mootummaan Itoophiyaa maaliif callise?

  6. Loltoonni Somaaliyaa 200 ol Itoophiyaa keessatti 'hidhamanii turan' biyyatti deebi'an

  7. 'Bilbileeraaf' - Jeneraalli beekamaan TPLF tibbana harka kennate eenyu?

  8. Itoophiyaa dabalatee warshaaleen warqii biyyoonni Afrikaa ijaaraa jiran ardicha hirkattummaa jalaa baasaa?

  9. Haleellaa aanaa Shirkaatti 'daa'imman dabalatee namoota 40 ol galaafate' hanga ammaa kan beeknu

  10. IJOO

  11. "Meeshaan waraanaa biyya tokkoof gahu karaa Mitsuwaan TPLFfiif dhiyaate" to'atameera - Fiild Maarshaal Biraanuu

  12. KFOn walitti bu'iinsa magaalaa Moyyaalee ilaalchisuun mootummaan federalaa "callisuu filateera" jechuun qeeqe

  13. Qaama kamirraayyuu walaba ta'een loogii tokko malee ijaarsa biyyaarra ture- Pirof. Masfin Ar'aayaa

  14. Sababoota ijoo shan gamoon itti jiguuf

  15. Mooyyaleetti walitti bu'iinsi itti fufe, kumaatamni Keeniyaatti buqqa'an

  16. Qabxiilee ijoo

  17. Gatiin foonii Itoophiyaa maaliif qaalii ta'e?

  18. Jiraattonni magaalota Tigraay walitti bu'iinsa mudate hordofee waan jechaa jiran

  19. Walitti bu'iinsa Moyyaaleetti mudaterratti hanga amma kan beeknu

  20. Hayyuun Booranaa boqotan Dr Abdullaahii Shonqoloo maaliin yaadatamu?