Israa'el hospitaala dhiisaa bahaa jettuus waan 'danda’amu miti' - Doktaroota Gaazaa

Waraanni Israa’el Roobii galgala Gaazaa seenuun ‘’bakkeewwan filatamoo’’ haleeluu ibseera. Kunis, ‘’qophii lola ittaanuuf’’ akka ta’e himte. Halkan darbee keessa jeettiiwwan waraanaa 100 ta'aniin eddoowwan dhibbaa ol irratti Gaazaa keesatti haleellaa raawwataa buluu waraanni Israa'el hime ture. Amma ammoo waraanni Gaazaa keessaa sadarkaa haaraarratti argama jette Israa'el.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. Yunivarsiitiiwwan Tigraay keessaa 'hidhattoonni' yoo bahan malee barataa hin ramadnu - Ministeera Barnootaa

  2. Ameerikatti xiyyaarri daandii balaliin ala qubachuun namoonni 5 du'an

  3. Biyyoonni Arabaa fi Islaamaa Saddeet tarkaanfii Israa'el Yerusaalemitti fudhatte balaaleffatan

  4. Ameerikaa fi Iraan naannoo Ulaa Hormuzitti dhukaasa walitti banan

  5. Chaayinaan dhimma Abbayyaafi Galaana Diimaa irratti ejjennoo Masrii agarsiisuun Itoophiyaaf maali?

  6. Walakkaa jaarraaf aartiin qabsaa'aa kan turte Artist Ilfinash Qannoo boqotte

  7. Waa'ee misaa'eloota Kiibar shikan, kan Iraan buufataalee US ittiin haleeltuu kana beektuu?

  8. Biyyoonni Awurooppaa maaliif kuufama warqee isaanii US fi Kaanadaa keessaa baasaa jiru?

  9. Ministirri Dhimma Alaa Itoophiyaa angawaa olaanaa US waliin maal mari'atan?

  10. Biyyoonni Gamtoomanii kaartaa Afrikaa sirriitti mul'isu raggaasise

  11. 'Lammii Itoophiyaa jalqabaa addeessarra qubattu ta'uun barbaada'

  12. 'Kaabinoonni Netaaniyaahuu Filisxeemonni Gaazaati akka buqqa'an ammas yaada dhiyeessan'

  13. Gaaffii maatii Eebbisaa waggaa 30'f ture

  14. Keeniyaan lammiilee alaa akeekkachiifte

  15. Nataalii Haarp: Dubartiin ergaa Tiraamp miidiyaa hawaasarratti maxxansu barreessuu dabalatee bakka maratti wajjin sochootu eenyu?

  16. UN waa'ee 'El Niinoo cimaa' yemmuu akeekkachiisu biyyoonnimmoo dhiibaa qaqqabuu danda'uuf qophaa'aa jiru

  17. Tupaak Shakuur eenyu ture, nama isa ajjeese adda baasuun maaliif waggaa 30 fudhate?

  18. MM Abiy torban sadii booda ummatatti mul'atan

  19. Ameerikaan AGOA hanga 2028tti dheeressite, Itoophiyaan carraa itti deebi'uu qabdii?

  20. US haleellaa yoo itti fufte filannoowwan Iraan qabdu maalidha?