Kubbaan Maaguwer 'harkaan tuqe' falmii kaase

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Kubbaan Maaguwer 'harkaan tuqe' falmii kaase
Maxxanfame

Kubbaan harkaan tuqame kamiyyuu, haala kam keessattiyyuu yoo ta'e deeggartoota mufachiisuufi bitaa itti galuun waanuma eegamu.

Taphataan sarara ittisaa Manchister Yunaayitid kubbaa harkaan erga tuqee booda gooliin gale haqamuu dhabuun ijoo dubbii ta'eera.

Garuu seerri eyyamu jiraa?