Liftiin turistootaaf ijaarame ba'aa barattootaa salphise
Liftiin turistootaaf ijaarame ba'aa barattootaa salphise
Maxxanfame
''Hiyyeessaaf hin qalamu, kan qalame nyaata,'' jedha Oromoon yoo mammaaku.
Liftiin Chaayinaatti turistoota hawwachuuf ijaarame ijoollee hiyyeessaaf imala mana barumsaa sa'aatii 6 irraa daqiiqaa 30'tti gad buuse.
Isin sa'aatii dheeraa miilan deemtanii baratan moo konkolaatatti manaa isan fuudha?



