Namoonni tokko tokko maaliif guyyuu barfatu?
Namoonni tokko tokko maaliif guyyuu barfatu?
Maxxanfame
Namoota tokko tokkoof inuma hin guutu. Yeroo hunda barfatu. Yeroon gahuuf waadaa seenu garuu sanuma.
Garuu, jaalatanii miti. Akkaataan sammuun isaanii itti hojjetutu addadha jedhu ogeeyyiin.
Viidiyoo guutuu YouTube BBC Afaan Oromoorra argattu.



