Waamicha ABIN Finfinneerratti
Waamicha ABIN Finfinneerratti
Maxxanfame
Marii biyyaalessaa Itoophiyaa irratti falmiiwwan yaadaa gara dhumaa kanarratti dhagahamaa jiru.
Dhaabni Sosochii Ummata Amaaraa (ABIN) ibsa baasen ''sagalee fi dantaan jiraattota magaalattii miiliyoonaan lakkaa'amanii osoo qixa sirrii ta'een bakka bu'iinsa hin argatin'' mari'atame jedhe.
Komishiniin Marii Biyyaalessaa immoo deebii kenneen himannaa dhaabichaa akka hin fudhanne ibse.
Viidiyoo guutuu asii daawwadhaa.



