Dirree Dhawaa irratti maaltu waliigalame?

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Dirree Dhawaa irratti maaltu waliigalame?
Maxxanfame

Marii Biyyaalessaarratti bulchiinsa magaalaa Dirree Dhawaa ilaalchisee itti waamamni magaalichaa mootummaa federaalaaf akka ta'u yaadni dhihaate.

Hooggansi bulchiinsichaa uummata magaalichaan akka filatamus waliigalamuun gabaafame.

Viidiyoo guutuu asii daawwadhaa.