Waardiyaa qabxii 12ffaa gaarii galmeessan

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Waardiyaa qabxii 12ffaa gaarii galmeessan
Maxxanfame

Umriin lakkoofsa qofa kan jedhamuuf waa malee miti.

Qormaata Biyyaalessaa Itoophiyaa kan darbe caalaa kan kufeetu baay'eedha. Waluu hin dorgomu.

Wardiyaan umrii waggaa 60 kuni garuu qabxii gaarii galmeessee yunivarsitii seenuuf. Seenaa isaa daawwadhaa.