Waa'ee Uhuruu kana beektuu?

Ibsa waa'ee viidiyoo,
Waa'ee Uhuruu kana beektuu?
Maxxanfame

Pirezidantiin duraanii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaattaa dhiyeenya Itoophiyaatti haasaan godhe hedduu dinqisiifatame.

Ofii namni kun dureessa akka malee fi amma baadiyyaatti galuu beektuu?

Odeeffannoo amma dura hin dhageenye asii argattu.