Daa'imman Afrikaa addunyaa waliin gahaan

Ibsa waa'ee viidiyoo, Daa'imman Afrikaa addunyaa waliin gahaan
Daa'imman Afrikaa addunyaa waliin gahaan
Maxxanfame

Daa'imman Ugaandaa 'Ghetto Kids' jedhamuun waamaman, waamicha Shakiraan gooteefiin waancaa Addunyaa gubbaatti ishee fi Bornaa booy waliin shubbisan.

Daandiiwwan balfamoo Kaampaalaarraa hanga Magaalaa guddicha ammayyaatti, Imalli milkaahinaa 'Ghetto Kids' akkamiin eegale?