Lubbuu guyyaa sagal booda oolte
Lubbuu guyyaa sagal booda oolte
Maxxanfame
Lubbuu du'a oolte jechuun kana. Namoonni lama guyyaa sagal booda boolla keessaa baraaraman.
Balaa lolaa hamaa Neeppaalifi Tiibeetiin hanga ammaatti namoonni 1,301 du'aniiru.
Kanneen achi buuteen dhabamemmoo 5,339 gahuu mootummaan biyyattii beeksiseera.



