Namni tokko Addeessa dhuunfachuu danda'aa?
Namni tokko Addeessa dhuunfachuu danda'aa?
Maxxanfame
Chaayinaan, US, Jaappaan, Indiyaa, Raashiyaa fi Ejensiin Hawaa Awurooppaa hundi samii nutti dhiyoo jirurratti qorannoo geggeessaa jiru.
Garuu biyyi tokko – ykn namni tokko Addeessa kan dhunfaa isaa godhachuu danda’aa?



