Ijoo
Yeroo dubbisuu: daqiiqaa 1
- Jilli US mariif Paakistaanitti imalaa jiraatus Iraan mariin kallattii karoorfame hin jiru jette
- Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Israa'elifi Libaanos torban sadiin dheerachuu Tiraamp ibse
- Tiraamp ''ilma mootii Haarii caalaa anatu UK'f dubbata'' jedhe
- Humni waraanaa Iraan kan bulchiinsi Tiraamp yaade caala cimaadha- maddeen
- US doonii xayyaarota waraanaa baatu kan biraa Baha Giddugalaatti ergite
- Odeeffannoo guutuu dhimmoota waraana Iraan, Baha Giddugaoleessatti deemaa jiru dabalatee wantota amma addunyaarratti ta'aa jiran argachuuf: Marsartii, Facebook, Whtasapp, YouTube irraan argachuu dandeessu.








