Aada Kaatolikii ta'us Phapaas Firaansis namoota qubeelaa isaa dhungachiisuu dhowwatan.
Maxxanfame
Akka warra Kaatolikiitti qubeelaa Phaphaasii dhungachuun waan baramedha. Garuu Firaansis Waxata darbe namoota walakkaa qubeelaa isaanii dhungachiisuu dhowwatan.