Kan argaa jirtan oduu barreeffamaan qofa marsaritii keenya daataa xiqqaan hojjetudha. Fuula isa guutuu suuraaleefi viidiyoowwan qabate banadhaa.

Gara fuula marsariitii guutuutti na geessi

Filannoo daataa qusatu fayyadamu kanarratti hubannoo dabalataaf

Carraan Gaazaa isin dhaqqaba jechuun Israa'el Hezbollaah akeekkachiifte

Ministirri Muummee Israa'el ibsa sambata kaleessaa galgala kennaniin Hezbollaah akeekkachiisaniiru. Benjaamin Netaaniyaahu, milishaa Iraaniin deeggaramu Hezbollaatiin ''dogongortanii waraana akka hin eegalle,'' jedhaniiru.

Haguuggii Tamsaasa Kallattii

  1. TPLF bulchiinsa yeroo diiguuf murteessuu hordofee jiraattonni naannoo Tigraay maal jedhan?

  2. Waliigalteen dhukaasa dhaabuu Iraan fi US xumuramuuf jedha, maaltu itti aana?

  3. Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa xiyyaara Boeing 787 jaha biroo ajaje

  4. Gamtaan Awurooppaa Itoophiyaaf deeggarsa bajataa kennuu eegale

  5. Mana muuziqaafi abbaa mana muuziqaa Finfinneetti walfaana du'anii dagataman

  6. Amb. Reedwaan Huseen maaltu mudatee ture?

  7. TPLF bulchiinsa yeroo Tigraay Jen. Taaddasaan durfamu diiguun kaabinee waraanaan dura tureen akka bakka buusu ibse

  8. Ameerikaatti abbaan ijoolleesaa torbaafi daa'ima biraa tokko ajjeese

  9. Cufamuu ulaa Hormuuzin biyyoonni caalatti miidhamoo ta'an kam fa'i?

  10. Rippabilikni Dimookiraatawaa Koongoo namoota US irraa ari'aman fudhachuu eegalte

  11. Dorgommiin atileetiksii guyyaa tokkoo Finfinnee magaalota ijoo addunyaa 10 keessaa tokko godhe

  12. Iraaniifi Hezboollaa: 'Lubbuu lamaan qaama tokkoo'

  13. Itoorikaa: Sirbi Teedii Afrooo haaraa baasee maaliif falmii kaase?

  14. Hiree fi yaaddoo: Waliigalteen dhukaasa dhaabuu lamaan akkamiin marii US fi Iraan fayyadu?

  15. "Nareebanii dhiiga funyaaniifi afaaniin nabaasanii, viidiyoo nawaraaban" - jiraataa Amboo

  16. Itoophiyaan 'qabeenya waraabessaa' qabdutti maalif hin fayyadamin?